kilombavita · @kilombavita
213 followers · 759 posts · Server rage.love

archive.org/details/oromoo-coe

Galmee Afaan Oromoo fi Afaan Ingilizii Barsiisuu = Comprehensive Oromo-English Dictionary (COED) by Xilaahun Gamtaa; Tilahun Gamta

Topics
, , , , , , , , , , , , , , ,

"Jechooti (words) Afaan Oromo galmee (dikshinarii) kana keessa jiranu hundinu, Afaan Ingliziitti hiikamaniiru. Dhuguma, hiikaan tokko tokko buubsaa miti ta'a. Ha ta'uu malee, jechooti garri caalaan sirriitti hiikamaniiru."

#dictionary #dictionaries #bilingualdictionary #bilingualdictionaries #translationdictionary #translationdictionaries #phrasebook #phrasebooks #Oromoo #AfaanOromoo #diikshinerii #afaaningiliish #Oromo #dikshinarii #galmee #afaaningilizii

Last updated 1 year ago

kilombavita · @kilombavita
206 followers · 613 posts · Server rage.love

archive.org/details/rirriittaa

Rirriittaa (Seenaa Iccita Jireenya Maa'ikelaawwiifi Qaallittii) by Hawwii Gonfaa Dabalaa; Hawi Gonfa Debella

Topics
, , ,

"Qomoon kiyya ktaabakoo 'HIREE GALGALA' jedhu harkaa qabdanitti waa'eekoo ibsuun barbaachisaa miti. 'RIRRIITTAA' kitaabni jedhu kunis dhalakoo lammaffaadha. Miixannaa roorroo keessaa maddite. Muuxannoon dararama ani waggaa sadiifi abbaan manaakoo waggaa saddeet mana adabaa keessatti dabaraa jirrutu akka kitaabni kun abuuramtu taasiseera. Bilisa taanee dhalannee bilisa taanee jiraachuu dadhabnus, bilisummaa keenyaaf qabsa'aa du'uu irraa humni nu dhorku hin jiru; hin juraatus; kanaafuu 'HIREEN GALGALAA fi RIRRIITTA'n qomoo kiyyaaf seenaa taatee naaf haajirattuu!!"

#AfaanOromoo #Oromoo #kitaaba #roorroo

Last updated 1 year ago

kilombavita · @kilombavita
208 followers · 539 posts · Server rage.love

archive.org/details/gumdhaala

Gumdhaala by Dajanee Gaddisaa Alamuu

Topics
, ,

"Kitaabni kun amma ana harkaa baateerti. Kana booda keessani. Keessatti anaa fi isin ilaalaa!!!"

#AfaanOromoo #Oromoo #kitaaba

Last updated 2 years ago

kilombavita · @kilombavita
208 followers · 539 posts · Server rage.love

archive.org/details/afaan-orom

Afaan Oromoo: Qubee Irraa Hanga Dubbisaatti 1. Sadarkaa 1ffaa by Garee CDECM

Topics
, , , ,

Finfinnee : Wiirtuu Guddisa Hojii Kalaqaa fi Barumsaa, Yuunvarsiitii Qiddisti Maariyaamii

#AfaanOromoo #Oromoo #Qubee #barreessuu #dubbisuu

Last updated 2 years ago

kilombavita · @kilombavita
208 followers · 539 posts · Server rage.love

archive.org/details/english-or

Oromo-English/English-Oromo Dictionary & Phrasebook by Aquilina Mawadza; Amanuel Alemayehu Ayanso

Topics
, , , , , , , , , , , , ,

"Oromo is spoken as a first language by more than 25 million Oromo and neighboring peoples in Ethiopia and Kenya. Oromo is the fourth most widely spoken language in Africa. Also known as Afaan Oromo, Oromiffa(a), and sometimes in other languages by variant spellings of these names (Oromic, Afan Oromo), Oromo is an Afro-Asiatic language.

This unique, two-part resource provides travelers to Ethiopia with the tools they need for daily interaction. The bilingual dictionary has a concise vocabulary for everyday use, and the phrasebook allows instant communication on a variety of topics. Ideal for businesspeople, travelers, students, and aid workers, this guide includes:

4,000 dictionary entries, with phonetics that are intuitive for English speakers
Essential phrases on topics such as transportation, dining out, and business
Concise grammar and pronunciation sections."

#dictionary #dictionaries #bilingualdictionary #bilingualdictionaries #translationdictionary #translationdictionaries #phrasebook #phrasebooks #Oromoo #AfaanOromoo #Oromia #Oromiyaa #diikshinerii #afaaningiliish

Last updated 2 years ago