https://archive.org/details/rirriittaa
Rirriittaa (Seenaa Iccita Jireenya Maa'ikelaawwiifi Qaallittii) by Hawwii Gonfaa Dabalaa; Hawi Gonfa Debella
Topics
#AfaanOromoo, #Oromoo, #kitaaba, #roorroo
"Qomoon kiyya ktaabakoo 'HIREE GALGALA' jedhu harkaa qabdanitti waa'eekoo ibsuun barbaachisaa miti. 'RIRRIITTAA' kitaabni jedhu kunis dhalakoo lammaffaadha. Miixannaa roorroo keessaa maddite. Muuxannoon dararama ani waggaa sadiifi abbaan manaakoo waggaa saddeet mana adabaa keessatti dabaraa jirrutu akka kitaabni kun abuuramtu taasiseera. Bilisa taanee dhalannee bilisa taanee jiraachuu dadhabnus, bilisummaa keenyaaf qabsa'aa du'uu irraa humni nu dhorku hin jiru; hin juraatus; kanaafuu 'HIREEN GALGALAA fi RIRRIITTA'n qomoo kiyyaaf seenaa taatee naaf haajirattuu!!"
#AfaanOromoo #Oromoo #kitaaba #roorroo
https://archive.org/details/gumdhaala
Gumdhaala by Dajanee Gaddisaa Alamuu
Topics
#AfaanOromoo, #Oromoo, #kitaaba
"Kitaabni kun amma ana harkaa baateerti. Kana booda keessani. Keessatti anaa fi isin ilaalaa!!!"