kilombavita · @kilombavita
206 followers · 613 posts · Server rage.love

archive.org/details/rirriittaa

Rirriittaa (Seenaa Iccita Jireenya Maa'ikelaawwiifi Qaallittii) by Hawwii Gonfaa Dabalaa; Hawi Gonfa Debella

Topics
, , ,

"Qomoon kiyya ktaabakoo 'HIREE GALGALA' jedhu harkaa qabdanitti waa'eekoo ibsuun barbaachisaa miti. 'RIRRIITTAA' kitaabni jedhu kunis dhalakoo lammaffaadha. Miixannaa roorroo keessaa maddite. Muuxannoon dararama ani waggaa sadiifi abbaan manaakoo waggaa saddeet mana adabaa keessatti dabaraa jirrutu akka kitaabni kun abuuramtu taasiseera. Bilisa taanee dhalannee bilisa taanee jiraachuu dadhabnus, bilisummaa keenyaaf qabsa'aa du'uu irraa humni nu dhorku hin jiru; hin juraatus; kanaafuu 'HIREEN GALGALAA fi RIRRIITTA'n qomoo kiyyaaf seenaa taatee naaf haajirattuu!!"

#AfaanOromoo #Oromoo #kitaaba #roorroo

Last updated 2 years ago